Ibsa, ulaagaalee fi qajeelfama hojiirra oolmaa kenname hunda of eeggannoodhaan dubbiseera. Odeeffannoo sirrii ta’e kennuu fi sanadoota seera qabeessa ta’an dhiyeessuuf walii gala. Odeeffannoo fi sanadoota ani kennu keessatti sirrii ta’uu dhabuun ykn garaagarummaan yoo uumame tajaajila gaafatame akkan hin arganne nan beeka